Non-discrimination Policy – Oromoro (Oroomiffa)

XIYYEEFFANNAA: Afaan dubbattu Oroomiffa, tajaajila gargaarsa afaanii, kanfaltiidhaan ala, ni argama.  Bilbilaa [Number for Language Assistance Service] (TTY: [Number for TTY Service]).

 

Discrimination is Against the Law

[Your Organization] seera hawwaasummaa Feederaalaan kan wal simu ta’ee sanyii, bifa, dhiigaan, uumriidhaan, yookiin koorniyaadhaan kan wal hin loognee dha.

[Your Organization] namoota yookiin sanyii sanyiidhaan, bifaan, dhiigaan, umriidhaan, hir’ina qaamaan yookiin koorniyaadhaan adda hin baasu.

[Your Organization]:

  •  Namootni hir’ina garaagaraa qaban bifa gaarii ta’een nu waliin haasa’uu akka danda’aniif deeggarsa fi tajaajila tolaa kennaafii, kanneen akka:
    • Namoota afaan mallattoo haalaan hiikkuu danda’an
    • Odeeffannoo barreeffamaa foormaatii adda ta’een (barreeffama guddaadhaan, sagaleedhaan, foormaatii eleektirooniksii argamuu danda’uun, foormaatii biroo)
  •  Namoota afaan dhalootaa isaanii afaan Ingiliffaa hin taaneef tajaajila afaanii tolaa dhiheessuufi, kanneen akkaL:
    • Warra dandeettii afaan hiikuu gahaa ta’e qaban
    • Odeeffannoo afaanota birootiin barraahe

Tajaajila kana yoo barbaadde, [Compliance Officer's Title and Name] qunnamaa

Kana yoo itti amante [Your Organization] tajajila kana kennuudhaaf hin dandeenye yookiin tajaajila kana kennuu hin dandeenye yookiin sanyiidhaan ,bifaan, dhiigaan, umriidhaan, hiri’ina qaamaan, ykn koorniyaadhaanii fi kanneen birootiin looguu, komii keessan kanneen armaan gadiitiin dhiheessuu ni dandeessu: [Compliance Officer's Title and Name], [Your Address], [Compliance Phone Number], TTY: [Number for TTY Service], [Compliance Fax Number], [Compliance Officer's Email]. Komii namaan, yookiin poostaadhaan, faaksiidhaan, yookiin e-mail dhaan dhiheessuu ni dandeessa. Komii guutuudhaaf gargaarsa yoo barbaadde, [Compliance Officer's Title and Name] si gargarudhaaf qophii dha.

Komiiwwan mirga namoomaa U.S. Department of Health and Human Services (Kutaa Fayyaa fi Tajaajila Namoomaa U.S), Office for Civil Rights (Waajjira Mirga Hawwaasummaa)  eleektirooniksiidhaan the Office for Civil Rights Complaint Portal, kunis kan argamu https://ocrportal.hhs.gov/ocr/portal/lobby.jsf, ykn  poostaadhaan yookiin bilbilaan :

U.S. Department of Health and Human Services

200 Independence Avenue, SW

Room 509F, HHH Building

Washington, D.C. 20201

1-800-868-1019, 800-537-7697 (TDD)

Foormiin komiidhaa kan argamu http://www.hhs.gov/ocr/office/file/index.html irratti dha.